About me

Patricia Jones

Published work and ephemera.


  • History

  • English question grammar grade 12 gafiilee English grammar dhan wal qabatuu hundaa ta qopheeffamtee akka arkataniif asiran isinii ergee irra fayyadamaa yadda yoo qabatan comment na godhaa.

  • English entrance for Grade 11 in 2000-11 kuta 11ffaa tana download godhachuun barattootni bufadhaa irra fayyadamaa yeroon entrance siif of qopheessaa demmun dirqamaa imoo yadda qabataan like godhun na jajjabeessa comment na kenuu hin dagatinaa

  • English entrance for Grade 12th in 2000-2011 barattoota download godhachuun yeroo dubistan unit dubisaa jirtaniin waliiratii hojjachaa akka demtaniifin gammaa kanan isinii ergee imoo yadda yoo qabataan comment godhaa.

  • History entrance for Grade 11 in 2000-2011 barattoota social science kutaa 11ffaa fi kudhaa 12ffaa download godhachuun unit qo’achaa jirtaani wajii waliratii dalagaa Demma yaddaa yoo qabataan comment godhaa

Design a site like this with WordPress.com
Get started